Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 37

3 Israaʼel waan bara dullumaa keessa isa dhalcheef ilmaan isaa hunda caalaa Yuusufin jaallata ture; innis qoloo faayeffame hojjeteef. 4 Obboloonni isaas yommuu akka abbaan isaanii isaan hunda caalaa isa jaallate hubatanitti Yuusufin jibban; afaan nagaas itti dubbachuu hin dandeenye.

Veja também