Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 39

20 Gooftaan isaas Yuusufin fuudhee mana hidhaa iddoo hidhamtoonni mootichaa itti eegaman keessa buuse.

Taʼus yeroo Yuusuf mana hidhaa keessa turetti, 21 Rabbii Allaahan isa wajjin ture; fuula ajajaa mana hidhaa sanaa durattis gaarummaa isaa itti argisiise; akka fudhatamas argatu godhe.

Veja também