2 yoo mallattoon yookaan dinqii inni isinitti hime sun raawwatamee innis, "Kottu waaqeffatamtoota biraa kanneen ati duraan hin beekne duukaa buunee haa waaqeffannu" siin jedhe, 3 ati dubbii nabiiʼiyyii yookaan nama abjootu sanaa hin dhaggeeffatin; Rabbii Allaahan kee akka isin garaa keessan guutuu fi yaada keessan guutuudhaan isa jaallattan qoruuf waan kana godhaatii.
Publicidade
Keessa Deebii 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.