Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 12

26 Yommuu ijoolleen keessan, Sirni kun isiniif hiikkaa maalii qaba?jedhanii isin gaafatanitti, 27 akkana jedhaa isaanitti himaa; Kun qalma Faasiikaa Rabbii Allaah ti; inni yeroo warra Gibxi dhaʼetti manneen Israaʼeloota Gibxi keessa turan sanaa irra darbee manneen keenya nuuf oolcheeraatii.’ " Kana irratti namoonni gad jedhanii waaqeffatan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também