Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 32

9 "Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; Kunoo, ani akka sabni kun mata jabeessa taʼe argeera. 10 Kanaafuu akka aariin koo isaanitti bobaʼuu fi akka ani isaan balleessuuf na dhiisi. Yommus ani saba guddaa si taasisa.’ "

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também