Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 15

18 Gaafa sanas Rabbii Allaahan akkana jedhee Ibraam wajjin kakuu gale; "Ani biyya laga Gibxii jalqabee hamma laga Efraaxiis guddichaatti jiru kana sanyii keetiif nan kenna; 19 kunis biyya Qeenotaa, Qeneezotaa, Qadmoonotaas, 20 kan Heetotaa, Feerzotaa, Refaayimootaa, 21 Amoorotaa, Kanaʼaanotaa Girgaashotaatii fi kan Yebuusotaa jechuu dha."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também