Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 3

16 Dubartittiidhaanis akkana jedhe;

"Yommuu ati mucaa deessutti ani dhiphina kee akka malee nan baayʼisa;

ciniinsuudhaanis ijoollee ni deessa.

Fedhiin kee garuma dhirsa keetii taʼa;

innis sirratti ol aantummaa qabaata."

Veja também