Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 39

2 Yuusufis waan Rabbii Allaahan isa wajjin tureef nama milkaaʼaa taʼe; innis mana gooftaa isaa namicha biyya Gibxi sanaa jiraate. 3 Gooftaan isaas akka Rabbii Allaahan isa wajjin jiruu fi akka Rabbii Allaahan waan inni hojjetu hunda keessatti isa milkoomse arge;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também