Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 49

9 Yaa Yihuudaa ati saafela leencaa ti;

yaa ilma koo ati adamoodhaa deebita.

Inni akka leencaa, akka leenca dhalaas, riphee ciisa;

eenyutu ija jabaatee isa kaasa ree?

10 Hamma bulchaan dhufutti

bokkuun harka Yihuudaatii,

uleen bulchiinsaa miilla isaa gidduudhaa hin dhabamu;

saboonnis isaaf ni ajajamu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também