Publicidade

Gênesis 7

7 Nuuhii fi ilmaan isaa, niitii isaatii fi niitonni ilmaan isaa bishaan badiisaa jalaa baʼuuf doonii seenan. 8 Bineensonni qulqulluu fi kan qulqulluu hin taʼin, simbirroonnii fi uumamawwan lafa irra munyuuqan hundi, cimdii cimdiidhaan, 9 kormaa fi dhalaan gara Nuuhi dhufanii akkuma Allaahan Nuuhiin ajajetti doonicha seenan. 10 Guyyaa torba booddee bishaan badiisaa lolaʼee lafa guute.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_15-35-42-