Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 9

4 "Isin garuu foon lubbuu isaa wajjin jechuunis dhiiga isaa wajjin hin nyaatinaa. 5 Ani dhugumaan dhiiga keessan kan lubbuun keessan keessa jirtu nan barbaada. Bineensa hunda irraa nan barbaada. Obboleessa nama hundaa irraas lubbuu namaa nan barbaada.

6 "Nama dhiiga namaa dhangalaasu,

dhiigni isaa harka namaatiin dhangalaafama;

Allaahan bifa Allaahatiin

nama uumeetii.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também