Pular para o conteúdo
Publicidade

Ayyuub 1

5 Erga yeroon cidha sanaa raawwatamee booddee Ayyuub itti ergee ijoollee isaa waamsisuudhaan, "Tarii ijoolleen koo cubbuu hojjetanii garaa isaaniittis Allaah abaaraniiru taʼa" jedhee ganama barii waaʼee tokkoo tokkoo isaaniitiif aarsaa gubamu dhiʼeessuudhaan isaan qulqulleessa ture. Ayyuub yeroo hunda waan kana godha ture.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também