Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 14

13 Muusaan akkana jedhee saba sanaaf deebise; "Hin sodaatinaa; jabaadhaa dhaabadhaa! Fayyisuu Rabbii Allaah kan inni harʼa isinii godhu ilaalaa! Warra Gibxi kan harʼa argitan kana lammata deebitanii hin argitan. 14 Rabbii Allaahan isiniif lola; isin gab jedhaa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também