Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 2

22 Rabbii Allaahan, Allaahan lafee cinaachaa kan namicha keessaa fuudhe sana irraa dubartii tolchee gara namichaatti geesse.

23 Namichis akkana jedhe;

"Egaa lafeen kun lafee lafee kootii ti;

foon kunis foon foon kootii ti;

isheen waan dhiira irraa argamteef

dubartiijedhamti."

24 Kanaafuu namni abbaa fi haadha isaa ni dhiisa; niitii isaatti ni maxxana; isaanis foon tokko taʼu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também