Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 21

Dhalachuu Yisihaaq

1 Rabbii Allaahan akkuma dubbate sana Saaraa yaadate; Rabbii Allaahan waan waadaa galeef sana ni raawwateef. 2 Saaraan ulfooftee bara dulluma isaa keessa yeruma Allaahan waadaa isaaf seene sanatti Ibraahimiif ilma deesse.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também