Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 21

6 Saaraanis, "Allaahan kolfa naa kenneera; namni waan kana dhagaʼu hundis na wajjin kolfa" jette. 7 Ittuma fuftees, "Silaa eenyutu Ibraahimiin, Saaraan daaʼima hoosistijedha ture? Garuu ani bara dulluma isaa keessa ilma nan daʼeef" jette.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também