Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 28

16 Yaaʼikuubis yommuu hirribaa kaʼetti, "Dhugumaan Rabbii Allaahan iddoo kana jira; ani waan kana hin hubanne" jedhe. 17 Innis sodaatee, "Iddoon kun akkam nama sodaachisa! Kun mana Allaaha ti malee waan biraa miti; kun karra shamaayʼuniiti" jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também