Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 28

20 Ergasiis Yaaʼikuub akkana jedhee wareege; "Yoo Allaahan na wajjin taʼe, yoo inni karaa ani deemu kana irratti na eege, yoo waan ani nyaadhuu fi waan ani uffadhu naa kenne, 22 dhagaan ani utubaa godhee ol dhaabe kunis mana Allaaha taʼa; waan ati naa kennitu keessaas kudhan keessaa tokko siifin kenna."

Veja também