Pular para o conteúdo
Publicidade

Uumama 41

15 Faraʼoonis Yuusufiin, "Ani abjuu abjoodheen ture; garuu namni tokko iyyuu naa hiikuu hin dandeenye. Ani akka ati yeroo abjuu dhageessu hiikuu dandeessu dhagaʼeera" jedhe.

16 Yuusuf immoo, "Ani hiikuu hin dandaʼu; Allaahan garuu Faraʼooniif deebii nagaa ni kenna" jedhee Faraʼooniif deebise.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também