Dhaʼicha Hangafa Irra Gaʼe
1 Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; "Ani amma illee dhaʼicha tokko Faraʼoonii fi Gibxitti nan fida. Ergasii inni asii isin baasa; yeroo asii isin baasutti immoo inni guutumaan guutuutti isin ariʼa.