Pular para o conteúdo
Publicidade

Êxodo 16

2 Gammoojjii keessattis hawaasni sun guutuun Muusaa fi Haaruunitti guunguman. 3 Israaʼeloonnis akkana isaaniin jedhan; "Nu biyya Gibxitti yeroo okkotee foonii bira teenyee hamma quufnutti buddeena nyaachaa turre sana harka Rabbii Allaahatti utuu duuneerra taʼee! Isin garuu akka waldaan kun guutuun beelaʼee dhumu gochuuf achii nu baaftanii gammoojjii kanatti nu fiddaniirtu."

Veja também