Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 40

Dunkaana Qulqulluu Dhaabuu

1 Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe: 2 "Guyyaa jalqaba jiʼa jalqabaatti dunkaana qulqulluu jechuunis dunkaana wal gaʼii dhaabi. 3 Taabota kakuu seeraa isa keessa kaaʼiitii taaboticha golgaadhaan daʼeessi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também