Pular para o conteúdo
Publicidade

Gênesis 14

18 Malkiiseedeq mootiin Saaleemis buddeenaa fi daadhii wayinii fideef; innis luba Allaah Waan Hundaa Olii ture;

20 Allaahan Waan Hundaa Olii,

inni diinota kee dabarsee harka keetti kenne sun haa eebbifamu."

Ergasii Ibraam waan hunda irraa kudhan keessaa tokko isaaf kenne.

Veja também