Pular para o conteúdo
Publicidade

Jó 19

25 Ka na wodu jiraataa akka te’e,

muummee irralle’etti,

dhugaa bayiisaaf lafa irra akka dhaabbatu hin beeka.

26 Gogaan kiyya nyaatamee dhumateen duuba te’ulle

foon kiyyaan jiraadhee

Waaqa akka dhaggu hin addadha.

Veja também