Pular para o conteúdo
Publicidade

Jó 29

12 Sababille ani worra hiyyeeyyii iyyu,

rakkoo jalaa baasee,

ijoollee abba’aa fi haadha hin qannelle qarqaareera.

13 Worri du’iisaaf dhikaate na eebbiseera;

qarqaarsi ani godhe,

gadhaa haadhotii hiyyeessaa gammachiiseera.

Veja também