Pular para o conteúdo
Publicidade

Jó 1

20 Achiin duuba Iyoob ol ka’ee gaddaan woyaa ifii tarsaasee, mataa haadatee, lafatti gad gombifamee sagadee, 21 «Ani qullaa gadhaa haadha tiyyaatii dhaladhe. Yoo du’ulle qullaa tiyya deebi’ee deema. Mootiin Waan Maraa kenne; inninuu fudhate. Maqaan isaa leellifamuu ti!» jedhe.

Veja também