Pular para o conteúdo
Publicidade

Jó 12

12 Qarummaa maanguddootatti qabaa motii ree?

Hubantiille worra woggaa dheertuu

le’etti qabaa motii ree?

13 «Qarumma’aa fi hunni ta Waaqaa ti;

gorsaa fi hubantiille tama isaa ti.

Veja também