14 Nami hin hubatu malee,
Waaqi karaa adda addaatiin dubbata.
15 Namooti taqee ifii irra rafaneeranuun,
hirriibi hamaan isaan yennaa qabu
Waaqi oojju’uun, mudhii halkaniitiin dubbata.
14 Nami hin hubatu malee,
Waaqi karaa adda addaatiin dubbata.
15 Namooti taqee ifii irra rafaneeranuun,
hirriibi hamaan isaan yennaa qabu
Waaqi oojju’uun, mudhii halkaniitiin dubbata.