Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 15

26 Innis akkana jedhe; "Ati yoo sagalee Rabbii Allaah keetii garaa tokkoon dhageesse, yoo waan fuula isaa duratti qajeelaa taʼe hojjette, yoo ajaja isaa qalbeeffattee fi yoo seera isaa hunda eegde, ani dhukkuba warra Gibxitti fide sana keessaa tokko iyyuu sitti hin fidu; ani Rabbii Allaah si fayyisuudhaatii."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também