Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 31

Bezaliʼeelii fi Oholiiyaab

1 Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe; 2 "Ilaa, ani gosa Yihuudaa keessaa Bezaliʼeel ilma Uuri, ilma Huuri filadheera; 3 ani Hafuura Allaahatiin, ogummaadhaan, dandeettii fi beekumsa hojii harkaa gosa hundumaan isa guuteera; 4 Kunis akka inni warqeedhaan, meetii fi naasiidhaan hojii ogummaa hojjetuuf; 5 akka inni dhagaawwan muree qopheessuuf, akka muka soofuu fi akka hojii ogummaa harkaa kan gosa hundaa keessatti hirmaatuuf.

Veja também