10 Rabbii Allaahan akkana jedha: "Yeroo Waggaan torbaatamni Baabiloniif kenname sun xumuramutti ani gara keessan dhufeen waadaa akka iddoo kanatti isin deebisuuf gale sana nan raawwadha. 11 Yaada ani isiniif qabu anatu beekaatii; innis yaada nagaati malee yaada hamaa miti; akkasumas yaada abdiitii fi kan galgala keessaniif toluu dha" jedha Rabbii Allaahan.
Publicidade
Ermiyaas 29:10,11
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
10 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ "ዬሮ ወጋን ቶርባተምን ባብሎኒፍ ኬነሜ ሱን ጡሙረሙት አን ገረኬሰን ዹፌን ዋዳ አከ እዶ ከነት እስን ዴብሱፍ ገሌ ሰነ ነንራወዸ። 11 ያደ አን እስኒፍ ቀቡ አነቱ ቤካቲ፤ እንስ ያደ ነጋት መሌ ያደ ሀማ ምት፤ አከሱመስ ያደ አብዲቲፊ ከን ገልገለኬሰኒፍ ቶሉዸ" ጄዸ ዋቀዮ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
10 Waaqayyo akkana jedha: "Yeroo Waggaan torbaatamni Baabiloniif kenname sun xumuramutti ani gara keessan dhufeen waadaa akka iddoo kanatti isin deebisuuf gale sana nan raawwadha. 11 Yaada ani isiniif qabu anatu beekaatii; innis yaada nagaati malee yaada hamaa miti; akkasumas yaada abdiitii fi kan galgala keessaniif toluu dha" jedha Waaqayyo.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.