Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Iyoobii 42:7,8

Yaada Buufataa

7 Mootiin Waan Maraa waan kana Iyoob woliin dubbateen duuba, Eliifaazii nama qachaa Temaaniitiif deebisee, «Isin akka tajaajilaa kiyya Iyoobii waan sirrii te’e waan hin dubbatiniif aariin tiyya si’ii fi jaalota teeti lamaan irratti bobeeteerti. 8 Tanaaf amma korommii torbaa fi korbeeyyii hoole’ee torba fuudha’aatii, gara tajaajilaa kiyya Iyoobii dhaqa’a; achitti kennansa gubamu marroo cubbuu teessaniitiif dhikeeffadha’a; inni isiniif hin daadimata; anille daadimata isaa waan dhage’uuf, akka hujii fokkisiittuu teessaniititti isinitti hin muru; isin akka tajaajilaa kiyya Iyoobii, marroo tiyyaaf waan sirrii te’e hin dubbanne» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.