21 Muusaanis harka isaa galaana irra diriirfate; Rabbii Allaahanis halkan sana guutuu bubbee baʼa biiftuu jabaadhaan galaanicha gara duubaatti deebisee galaanicha lafa gogaa godhe. Bishaan sunis gargari qoodame;
Publicidade

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.