20 Miiriyaam obboleettiin Haaruun nabiiʼiyyittiin sun dibbee harkatti qabattee kaate; dubartoonni hundinuus dibbee isaanii fudhatanii sirbaa ishee faana buʼan.