Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 3

13 Muusaan immoo Allaahan, "Kunoo ani gara Israaʼelootaa dhaqee, Allaahan abbaa keessanii na ergeerayommun jedhutti yoo isaan, Maqaan isaa eenyu?jedhanii na gaafatan, ani maal jedheen isaanitti hima?" jedhe.

14 Allaahanis Muusaadhaan, "ANI ANUMA; ati saba Israaʼeliin, Inni ANI ANUMA jedhu sun gara keessanitti na ergeerajedhi" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também