12 Ogummaan jaarsolii biratti,
hubannaanis warra umuriin dheerate biratti argama mitii?
13 "Ogummaa fi humni kan Allaaha ti;
gorsii fi hubannaanis kan isaa ti.
12 Ogummaan jaarsolii biratti,
hubannaanis warra umuriin dheerate biratti argama mitii?
13 "Ogummaa fi humni kan Allaaha ti;
gorsii fi hubannaanis kan isaa ti.