9 Sirni kunis akka seerri Rabbii Allaah arraba kee irra jiraatuuf harka kee irratti akka mallattoo, adda kee irratti immoo akka yaadannoo siif taʼa. Rabbii Allaahan harka isaa jabaa sanaan Gibxii si baaseetii.