Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 33

11 Rabbii Allaahanis akkuma nama michuu isaa wajjin haasaʼu tokkootti ifumaan ifatti Muusaatti dubbachaa ture. Ergasiis Muusaan iddoo qubataatti deebiʼa ture; gargaaraan isaa, Yushuʼaan ilmi Nuuni dargaggeessi suni garuu dunkaana sana biraa hin deemu ture.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também