25 Ani akka furiin koo jiraataa taʼe,
akka inni dhuma irratti lafa irra dhaabatus nan beeka.
26 Erga gogaan koo badee booddee,
ani amma iyyuu foon kootiin Allaah nan arga;
25 Ani akka furiin koo jiraataa taʼe,
akka inni dhuma irratti lafa irra dhaabatus nan beeka.
26 Erga gogaan koo badee booddee,
ani amma iyyuu foon kootiin Allaah nan arga;