Pular para o conteúdo
Publicidade

Ermiyaas 23

25 "Ani waan nabiiʼiyyoonni maqaa kootiin soba raajan sun jedhan dhagaʼeera; isaanis, Ani abjuu abjoodheera! Ani abjuu abjoodheera!jedhu. 26 Wanni akkasii kun hamma yoomiitti garaa nabiiʼiyyoota yaaduma ofii isaanii keessaa fuudhanii soba dubbatan kanneenii keessa jiraata?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também