Pular para o conteúdo
Publicidade

Ermiyaas 17

9 Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;

garmalees hamaa dha.

Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?

10 "Ani Rabbii Allaahan nama hundaaf akkuma amala isaatti,

akkuma waan hojii isaatiif maluutti

gatii isaaf kennuuf garaa isaa nan sakattaʼa;

qalbii isaas nan qora."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também