Pular para o conteúdo
Publicidade

Ermiyaas 29

11 Yaada ani isiniif qabu anatu beekaatii; innis yaada nagaati malee yaada hamaa miti; akkasumas yaada abdiitii fi kan galgala keessaniif toluu dha" jedha Rabbii Allaahan. 12 "Isinis na waammattu; dhuftaniis na duratti duʼaa godhattu; anis isin nan dhagaʼa. 13 Isin yoo garaa keessan guutuudhaan na barbaaddan, na argattu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também