Pular para o conteúdo
Publicidade

Ermiyaas 33

20 "Rabbii Allaahan akkana jedha; Yoo isin akka halkanii fi guyyaan yeroo isaanii kennametti hin dhufneef kakuu ani halkan wajjin galee fi kakuu ani guyyaa wajjin gale sana cabsuu dandeessan, 21 kakuun ani garbicha koo Daawud wajjin galee fi kakuun ani Lewwota luboota taʼanii fuula koo dura tajaajilan wajjin gale sun cabuu dandaʼa; Daawudis siʼachi sanyii teessoo isaa irra taaʼee bulchu hin qabaatu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também