Pular para o conteúdo
Publicidade

Jeremias 1

6 Anis, "Wayyoo, yaa Rabbii Allaah Gooftaa ani akkamitti akkan dubbadhu hin beeku; ani mucaa xinnoo dha" nan jedhe.

7 Rabbii Allaahan garuu akkana naan jedhe; "Ati, Ani mucaa xinnoo dhahin jedhin. Ati gara nama ani itti si ergu hundaa dhaqxee waan ani si ajaju hunda dubbachuu qabda.

Veja também