10 Kanaafuu ati hin sodaatin; ani si wajjin jiraatii;
hin raafamin; ani Allaah keetii.
Ani sin jabeessa; sin gargaaras;
ani harka koo mirgaa qajeelaa sanaan hirkisee ol sin qaba.