21 "Gama kootiin kakuun koo kan ani isaan wajjin qabu kana" jedha Rabbii Allaahan. "Hafuurri koo kan sirra jiru, dubbiin koo kan ani afaan kee keessa kaaʼe sun afaan keetii yookaan afaan ijoollee keetiitii yookaan afaan ijoollee ijoollee isaaniitii harʼaa jalqabee bara baraan hin badu" jedha Rabbii Allaahan.
Publicidade
Isaayyaas 59
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.