Publicidade

Isaías 11

2 Hafuurri Rabbii Allaaha,

Hafuurri ogummaatii fi hubannaa,

Hafuurri gorsaatii fi humnaa,

Hafuurri beekumsaatii fi kan Rabbii Allaah sodaachuu isa irra qubata;

3 inni Rabbii Allaah sodaachuutti ni gammada.

Inni waanuma iji isaa arguun murtii hin kennu;

yookaan waanuma gurra isaatiin dhagaʼuun hin murteessu;

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-