Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 51

6 Ija keessan gara shamaayʼuniiwwaniitti ol qabadhaa;

lafas gad ilaalaa;

shamaayʼuniiwwan akkuma aaraa ni badu;

lafti akkuma wayyaa moofofti.

Jiraattonni ishees akkuma tisiisaa ni duʼan.

Fayyisuun koo garuu bara baraan jiraata;

qajeelummaan koos hin badu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também