Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 53

12 Kanaafuu ani gurguddoota gidduutti qooda nan kennaaf;

innis jajjaboota wajjin boojuu ni qooddata;

inni lubbuu isaa duʼaaf kennee

yakkitootatti lakkaaʼameeraatii.

Taʼus inni cubbuu nama hedduu baatee

yakkamtootaaf araara buuseera.

Veja também