19 Namoonni lixa biiftuu maqaa Rabbii Allaah sodaatu;
warri baʼa biiftuutti argaman immoo ulfina isaa kabaju.
Inni akkuma lolaa,
kan bubbeen Rabbii Allaah oofuutti ni dhufaatii.